Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 10

18 Sababa kiyyaaf akka isinitti muranu gara bulchitootaa fi moototaa waan geeffantanuuf, isaanii fi worra Yihudoota hin te’in duratti dhugaa baatota tiyya hin teetan. 19 Yennaa isaan dabarsanee isin kennanu ammoo, maan akka jettanu yookiin attam akka dubbattanu hin yaadina’a; yennuma san wonni dubbattanu isiniif hin kennanti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também