Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 11

7 Barattooti Yohaannisii akkuma ideemaneen, Yesuus marroo Yohaannisii kolba’atti akkana dubbatee, «Goomolee keessatti yennaa gara Yohaannisii dhaxxane, isin maan ilaaliisaaf baatane? Shonbooqqoo11:7Shonbooqqoo: Yookiin gaaguroo, obbaa qilleensi daassuu?

Veja também