Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Nahimiya'aa 9

5 Lewwooti worri Iyaasuu, Qadmii’el, Baani, Hashabniiyaa, Sherebiiyaa, Hodiiyaa, Shebaniyaa fi Fitaahiyaa jedhamanu,

«Ka’aaatii Mootii Waan Maraa

Waaqa keessan ka bara baraa

leellifadha’a!

Maqaan keeti ulfaataan,

ka galataa fi eebba duudii irra ol aanu

leellifamuu ti!jedha’a!» jedhane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também