19 Jaalota tiyya! Mufiin Waaqaa haluu baatuutii malee, isin ijjumaa haluu hin bayina’a. Barreeffam Woyyichi, «Ka haluu bawuu fi ka gatii halu’uu kaffalu ana jedha Goottaan Waaqi» jedha.