Publicidade

Romanos 5

7 Nama addee nama balcha’a du’u dhaggatiis guddoo rakkisa’a; te’ulle nami addee nama dansa’a du’iisaaf fedhu dhaggamuu fa dande’a. 8 Ammoo adoo nuuti cubbaaleyyi’iituu Kiristoos addee teenna du’eera; kunille jaalalli Waaqi nu’uuf qabu attam attam guddaa akka te’e mudhisa.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-