Publicidade

Romanos 6

9 Kiristoos waan du’aa ka’eef, deebi’ee akka hin duunee fi duutille isa irratti baallii akka hin qanne hin beenna. 10 Inni yennaa du’e akka cubbuun isa irratti hunna hin qabaanneef, takkumaan yennaa maraaf du’e; ammalle yennaa jiru’uun le’u, Waaqaaf le’a.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-