Pular para o conteúdo
Publicidade

Zakaariyaasii Raagichaa 11

12 Ani isaaniin, «Yoo feetane mindaa kiyya naa kenna’a; yoo hin fedhin ammoo lakkisa’a» jedhe. Isaanille mindaa kiyya meetii soddoma naaf kennane.

13 Mootiin Waan Maraa anaan, «Meetii san saanduqa Galma Waaqaa keessa buusi11:13 Galma Waaqaa keessa buusi: Afaan Ibrootaatiin, «Okkotee nama faara dhowuu keessa buusi» jedha. !» jedhe. Tanaaf, «Mindaa geya’a» jedhanee ka isaan naaf kennane, meetii soddoma san fuudhee, saanduqa Galma Waaqaa keessa buuse.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também