26 Dubartiin ilmi ishee lubbuun jiru sun mucaa isheetiif akka malee garaa laaftee mootichaan, "Maaloo yaa Gooftaa ko, mucaa lubbuun jiru kana isheef kenni malee hin ajjeesin" jette.
Isheen kaan immoo, "Inni iddoo lamatti haa muramuu malee anaafis siifis hin taʼu!" jette.