11 Taabonni Waaqaa ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaanuu Hofniinii fi Fiinehaas ni duʼan.
17 Namichi oduu fide sun deebisee, "Israaʼeloonni Filisxeemota duraa baqatan; loltoota irras dhumiisa guddaatu gaʼe; ilmaan kee lamaanis Hofniinii fi Fiinehaas ajjeefamaniiru; taabonni Waaqaas boojiʼameera" jedheen.
22 Isheenis, "Taabonni Waaqaa waan boojiʼameef ulfinni Israaʼel irraa fagaateera" jette.