Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ሳሙኤል 4:11,17,22

ONOCV New Oromo Contemporary Version

11 ታቦትን ዋቃ ንቦጅአሜ፤ እልማን ኤሊ ለማኑ ሆፍኒኒፊ ፊኔሃስ ንዱአን።

17 ነምች ኦዱ ፍዴ ሱን ዴብሴ፣ "እስራኤሎን ፍልስጤሞተ ዱራ በቀተን፤ ሎልቶተረስ ዹሚሰ ጉዳቱ ገኤ፤ እልማንኬ ለማንስ ሆፍኒኒፊ ፊኔሃስ አጄፈመኒሩ፤ ታቦትን ዋቃስ ቦጅአሜረ" ጄዼን።

22 እሼንስ፣ "ታቦትን ዋቃ ዋን ቦጅአሜፍ ኡልፍን እስራኤልራ ፈጋቴረ" ጄቴ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    11 Taabonni Waaqaa ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaanuu Hofniinii fi Fiinehaas ni duʼan.

    17 Namichi oduu fide sun deebisee, "Israaʼeloonni Filisxeemota duraa baqatan; loltoota irras dhumiisa guddaatu gaʼe; ilmaan kee lamaanis Hofniinii fi Fiinehaas ajjeefamaniiru; taabonni Waaqaas boojiʼameera" jedheen.

    22 Isheenis, "Taabonni Waaqaa waan boojiʼameef ulfinni Israaʼel irraa fagaateera" jette.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    11 Taabonni Allaaha ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaanuu Hofniinii fi Fiinehaas ni duʼan.

    17 Namichi oduu fide sun deebisee, "Israaʼeloonni Filisxeemota duraa baqatan; loltoota irras dhumiisa guddaatu gaʼe; ilmaan kee lamaanis Hofniinii fi Fiinehaas ajjeefamaniiru; taabonni Allaahas boojiʼameera" jedheen.

    22 Isheenis, "Taabonni Allaaha waan boojiʼameef ulfinni Israaʼel irraa fagaateera" jette.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.