Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Coríntios 12

8 Wanni kun akka narraa fagaatuuf siʼa sadii Gooftaa nan kadhadhe. 9 Inni garuu, "Ayyaanni koo si gaʼa; humni koo dadhabbii keessatti guutuu taʼaatii" naan jedhe. Kanaafuu humni Kiristoos akka narra boqotuuf waaʼee dadhabbii kootii caalchisee gammaduudhaan akka malee nan boona.

Veja também