7 Naataanis Daawitiin akkana jedhe; "Namichi sun suma! Waaqayyo Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Ani Israaʼel irratti mootii godhee si dibeera; harka Saaʼol jalaas si baaseera.
13 Kana irratti Daawit Naataaniin, "Ani Waaqayyotti cubbuu hojjedheera" jedhe.
Naataan immoo deebisee akkana jedhe; "Waaqayyo cubbuu kee sirraa haqeera; atis hin duutu.