7 Naataanis Daawudiin akkana jedhe; "Namichi sun suma! Rabbii Allaahan Israaʼel akkana jedha: ‘Ani Israaʼel irratti mootii godhee si dibeera; harka Saaʼol jalaas si baaseera.
13 Kana irratti Daawud Naataaniin, "Ani Rabbii Allaahatti cubbuu hojjedheera" jedhe.
Naataan immoo deebisee akkana jedhe; "Rabbii Allaahan cubbuu kee sirraa haqeera; atis hin duutu.