21 Daawit mootichi yommuu waan kana hunda dhagaʼetti baayʼee aare. 22 Abesaaloom dubbii tolaa yookaan hamaa tokko illee Amnoonitti hin dubbanne; Abesaaloom sababii inni obboleettii isaa Taamaarin salphiseef akka malee Amnoonin jibbee ture.
Publicidade