Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Samuel 22

5 Dambaliin duʼaa na marseera;

lolaan badiisaas na liqimseera.

6 Funyoon siiʼool natti marame;

kiyyoon duʼaas natti dhufe.

7 "Ani dhiphina koo keessatti Waaqayyoon nan waammadhe;

Waaqa kootti nan iyyadhe.

Innis mana qulqullummaa isaatii sagalee koo dhagaʼe;

iyyi koos gurra isaa seene.

Veja também