Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Timóteo 1

Akka Phaawulosii fi Wangeelaaf Of Kennaniif Sossobachuu

6 Sababii kanaaf ani akka ati kennaa Waaqaa kan yeroo ani harka koo sirra kaaʼetti siif kenname sana akka ibiddaatti akka qabsiiftuuf sin yaadachiisa. 7 Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura sodaa nuuf hin kennineetii.

Veja também

2 Timóteo
Ver todos os capítulos de 2 Timóteo