Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 11

Malakata Torbaffaa

15 Ergamaan torbaffaanis malakata isaa afuufe; sagaleen guddaan,

"Mootummaan addunyaa amma mootummaa Gooftaa keenyaatii fi

mootummaa Kiristoos11:15 yookaan Masiihii taʼeera;

innis bara baraa hamma bara baraatti ni moʼa"

jedhu samii keessa ture.

Veja também