Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 3

15 Akka ati qabbanaaʼaa yookaan hoʼaa hin taʼin ani hojii kee beeka! Ani utuu ati qabbanaaʼaa yookaan hoʼaa taatee silaa nan hawwa ture. 16 Kanaafuu ati waan laphii3:16 Laphii – Lodooqiyaa bira burqaawwan hoʼaa bishaanonni isaanii fagoo deemanitu ture. Bishaan kunis laphii (bulluqoo) taʼee ergasii qilee (hallayyaa) fuula Lodooqiyaa duraatti dhangalaʼa ture. Bishaan sunis dhukkuba namatti fida ture. taateef, hoʼaa yookaan qabbanaaʼaa waan hin taʼiniif ani afaan kootii si tufuu gaʼeera.

Veja também