Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 7

16 ‘Isaanis siʼachi gonkumaa hin beelaʼan;

siʼachis gonkumaa hin dheebotan.

Aduun isaan hin dhaʼu;’7:16 Isa 49:10

hoʼi finiinaanis isaan hin gubu.

17 Hoolichi walakkaa teessoo sanaa jiru

tiksee isaanii ni taʼaatii;

‘inni gara burqaa bishaan jireenyaatti isaan geessa.’

‘Waaqnis imimmaan hunda ija isaanii irraa ni haqa.’ "

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também