10 Firiigiyaa2:10 Firiigiyaa – bulchiinsa gidduu gala dhiʼa Asiyaa xinnoo keessatti kaaba Ajeeniitii fi laga Haaliisi gidduutti argamu. fi Phamfiliyaa,2:10 Phamfiliyaa – biyya Roomaa kan kibba Asiyaa xinnootti biyya harʼa Turki jedhamtu keessatti argamtu. Gibxii2:10 Gibxi – biyya Roomaa kan lafuma harʼa Gibxi jedhamu kana turte. fi kutaawwan biyya Liibiyaa2:10 Liibiyaa – Biyya kaaba Afriikaatti argamtu kan gama dhiʼaatiin Gibxitti aantu. kanneen naannoo Qareenaatti2:10 Qareenaatti – Magaalaa guddittii biyya Roomaa kan Qareenikaatii fi kutaa bulchiinsa Liibiyaa. argaman, nu warri Roomaadhaa2:10 Roomaa – Magaalaa guddittii teessoo bulchiinsa mootummaa Roomaa. dhufne,