Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 7

42 Waaqni garuu isaan irraa garagalee akka isaan humnoota samii irraa waaqeffataniif isaan dhiise. Kunis waan kitaaba raajotaa keessatti barreeffame sanaan wal fakkaata; innis akkana jedha;

" ‘Yaa mana Israaʼel isin waggaa afurtama gammoojjii keessatti

takkumaa aarsaa fi kennaa naaf fiddaniirtuu?

43 Isin fakkii waaqota waaqeffachuuf

tolfattanii jechuunis dunkaana Moolekiitii7:43 Moolek – waaqa tolfamaa warra Kanaʼaan kan waaqeffatamuu isaa keessa ijoollee gubanii aarsaa dhiʼeessuunis jiru. fi

urjii waaqa keessan Reefaan7:43 Reefaan – waaqa tolfamaa bara durii kan bulchaa pilaaneettii Saatarni jedhamuuti jedhamee waaqeffatamu. ol qabdaniirtu.

Kanaafuu ani biyya Baabiloniin gamaattin isin ariʼa.’7:43 Amo 5:25

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também