14Michuun koo anaaf hurbuu daraaraa heennaakan iddoo dhaabaa wayinii Een Gaadiitii dhufee dha.Isa
Resultados da busca por "fé"
277 resultados encontrados
- Capítulo 1
Cânticos 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 14 de 17 - Capítulo 13
2 Coríntios 13
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 5–12 de 145Isin amantiidhaan jiraachuu fi jiraachuu baachuu keessan beekuuf of qoraa; of ilaalaas. Dhugumaan isin yoo qormaaticha kuftan malee akka Yesuus Kiristoos isin keessa jiru hin beektanii?
11Egaa yaa obboloota nagaatti. Haaromfamaa; wal jajjabeessaa; yaada tokko qabaadhaa; nagaadhaan jiraadhaa. Waaqni jaalalaatii fi nagaa isin wajjin ni taʼa.
12Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.
- Capítulo 1
Números 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 13–48 de 5413gosa Aasheer keessaa Fagiʼeel ilma Okraan;
33Baayʼinni gosa Efreem nama 40,500 ture.
48Waaqayyo Museedhaan akkana jedhee ture:
- Capítulo 46
Gênesis 46
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 20 de 3420Minaasee fi Efreem, Aasenati intala Phooxiiferaa lubicha magaalaa Ooni sanaa irraa Gibxi keessatti Yoosefiif dhalatan.
- Capítulo 26
Deuteronômio 26
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 6 de 196Warri Gibxi garuu nu hacuucuu fi nu dhiphisuudhaan hojii jabaa nutti feʼan.
- Capítulo 14
João 14
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 3 de 313Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo ani jiru jiraattaniif deebiʼee dhufeen ofitti isin fudhadha.
- Capítulo 27
Provérbios 27
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 7 de 277Namni quufe damma illee ni balfa;kan beelaʼe garuu wanni hadhaaʼu iyyuu itti miʼaawa.
- Capítulo 11
1 Coríntios 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 6 de 346Dubartiin tokko yoo mataa ishee haguuggachuu baatte rifeensa mataa ishee murachuu qabdi; dubartiin rifeensa mataa ishee murachuun yookaan haaddachuun yoo qaanii itti taʼe immoo mataa ishee haguuggachuu qabdi.
- Capítulo 31
Ezequiel 31
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 181Waggaa kudha tokkoffaatti, jiʼa sadaffaa keessa, guyyaa tokkoffaatti dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:
- Capítulo 17
Mateus 17
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 2 de 272Innis achitti fuula isaanii duratti geeddarame. Fuulli isaa akka aduu ife; uffanni isaas akkuma ifaa addaate.
- Capítulo 15
Êxodo 15
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 9 de 279Diinni, ‘Ani faana buʼee isaan qaqqaba.Boojuu nan qoodadha;ani isaan irratti fedhii koo nan guutadha.Goraadee koo nan luqqifadha;harki koo isaan barbadeessa’ jedhee nan dhaadate.
- Capítulo 38
Jó 38
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 8 de 418"Yeroo galaanni cabsee garaa lafaa keessaa baʼettieenyutu balbala itti cufee ittise?
- Capítulo 30
Isaías 30
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 331Waaqayyo akkana jedha:"Ijoollee fincilan,kanneen karoora karoora koo hin taʼin duukaa buʼan,kanneen fedhii kootiin alatti walii galtee uuman,kanneen cubbuu irratti cubbuu dabalaniif wayyoo;
- Capítulo 11
1 Crônicas 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 8 de 478Innis Miiloodhaa jalqabee naannoo isheetti dallaa dhagaa ni ijaare; Yooʼaab immoo kutaa Magaalaa sanaa kan hafe deebisee ijaare.
- Capítulo 5
Romanos 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 11 de 2111Kana qofa miti; nu garuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isa ittiin amma araara arganne sanaan Waaqatti ni gammanna.
- Capítulo 10
Salmos 10
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 1–12 de 181Yaa Waaqayyo, ati maaliif achi fagaattee dhaabatta?Yeroo rakkinaattis maaliif of dhoksita?
9Akka leenca daggala isaa keessaatti riphee eeggata.Hiyyeessa qabachuudhaaf dhokatee eeggata;hiyyeessas qabatee kiyyoo isaatiin harkifata.
12Yaa Waaqayyo kaʼi! Yaa Waaqi harka kee ol kaafadhu.Rakkataas hin dagatin.
- Capítulo 6
Lucas 6
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 15 de 4915Maatewos,Toomaas,Yaaqoob ilma Alfewoos,Simoon isa Hinaafticha jedhamee waamame,
- Capítulo 10
Atos 10
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 3 de 483Innis gaafa tokko ergamaa Waaqaa tokko isaa gara isaa dhufee, "Yaa Qorneelewoos!" jedhuun guyyaa keessaa gara saʼaatii sagaliitti ifaan ifatti mulʼataan arge.
- Capítulo 4
Josué 4
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 2–15 de 242"Saba keessaa nama kudha lama, tokkoo tokkoo gosaa keessaa nama tokko tokko filadhuutii
11akkuma hundi isaanii ceʼaniinis utuma namoonni arganuu taabonni Waaqayyootii fi luboonni gara gama kaaniitti ceʼan.
15Ergasiis Waaqayyo Iyyaasuudhaan akkana jedhe;
- Capítulo 9
Jeremias 9
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 14 de 2614Qooda kanaa mata jabinaan fedhii garaa isaanii duukaa buʼan; akkuma abbootiin isaanii isaan barsiisanittis Baʼaal duukaa buʼan."