3Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.
4Waaqa ani dubbii isaa jajadhu,Waaqa nan amanadha; homaa hin sodaadhu.Namni duʼa hin oolle maal na gochuu dandaʼa?
11Waaqa nan amanadha; ani homaa hin sodaadhu.Namni maal na gochuu dandaʼa?
101 resultados encontrados
3Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.
4Waaqa ani dubbii isaa jajadhu,Waaqa nan amanadha; homaa hin sodaadhu.Namni duʼa hin oolle maal na gochuu dandaʼa?
11Waaqa nan amanadha; ani homaa hin sodaadhu.Namni maal na gochuu dandaʼa?
13Dammaqaa; amantiitti cimaatii dhaabadhaa; jajjabaadhaa; cimaas.
20Obboloonni hundinuu nagaa isinii dhaamu.Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.
22Namni Gooftaa hin jaallanne kam iyyuu haa abaaramu. Yaa Gooftaa kottu.
3Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.
4Akkuma yeroo waamamtanitti gara abdii tokkootti waamamtan sana, dhagna tokkoo fi Hafuura tokkotu jira;
5Gooftaa tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;
16Egaa amma maal eegda ree? Kaʼii maqaa isaa waammachaa cuuphamiitii cubbuu kee of irraa dhiqi.’
20Yeroo dhiigni dhuga baatuu keetii, dhiigni Isxifaanos dhangalaafamettis ani ajjeefamuu isaatti namootaan walii galee achi dhaabadheen uffata warra isa ajjeesanii eegaa ture.’
21"Gooftaanis, ‘Ani fagootti, gara Namoota Ormaatti sin ergaatii deemi’ naan jedhe."
2Isin garaa nuu balʼadhaa. Nu nama tokko illee hin yakkine; nama tokko illee amala hin balleessine; nama tokko illee gowwoomsinee waa irraa hin fudhanne.
4Ani guddiseen isin amanadha; guddisees isiniin nan boona. Ani baayʼee jajjabeeffameera; rakkina keenya hunda keessattis gammachuun koo hamma hin qabu.
16Ani abdii guutuu isin irraa qaba; kanaafuu nan gammada.
16" ‘Lubichis fuula Waaqayyoo duratti isaan fidee aarsaa cubbuutii fi aarsaa gubamu haa dhiʼeessu.
24" ‘ "Waaqayyo si haa eebbisu;si haa eegus;
26Waaqayyo fuula isaa gara keetti haa deebisu;nagaas siif haa kennu." ’
38Kunis dubbiin Isaayyaas raajichaa kan:"Yaa Gooftaa, ergaa keenya eenyutu amane?Irreen Gooftaas eenyutti mulʼate?"12:38 Isa 53:1jedhu sun akka raawwatamuuf ture.
43isaan ulfina Waaqaa irra ulfina namaa jaallataniiruutii.
45Kan na argus isa na erge sana arga.
14Yatiir, Eshtimoʼaa,
15Hooloon, Debiir,
30gosa Aasheer keessaaMishiʼaal, Abdoon,
2akkanas jedhi:" ‘Haati kee leencota gidduutti,leenca akkamii turte!Isheen leencota gidduu ciifteeilmoolee ishee guddifatte.
5" ‘Isheen yommuu akka abdiin ishee hin guutamin,akka wanni isheen yaaddes hin milkaaʼin argitetti,ilmoolee ishee keessaa kan biraa fudhatteeleenca jabaa gootee guddifte.
13Amma isheen gammoojjii keessa,lafa gogaa dheebote irra dhaabamte.
5Ilmaan Faares:Hezroonii fi Hamuul.
8Ilma Eetaan:Azaariyaa.
32Ilmaan Yaadaa kan obboleessa Shamaayi:Yeteerii fi Yoonaataan. Yeteer utuu ijoollee hin dhalchin duʼe.
3Waaqa jaallachuun ajaja isaa eeguu dha. Ajajni isaas hin ulfaatu.
4Namni Waaqa irraa dhalatu hundinuu addunyaa ni moʼataatii. Kan addunyaa moʼatus amantii keenya.
21Yaa ijoolle, waaqota tolfamoo irraa of eegaa.
9Namni amanamaan sodaa malee deema;kan karaa isaa jalʼisu garuu ni saaxilama.
23Gowwaan amala hamaadhaan gammachuu argata;namni waa hubatu garuu ogummaatti gammada.
28Abdiin nama qajeelaa gammachuu taʼa;wanni namni hamaan eeggatu garuu ni bada.
6Nu akkuma ayyaana nuu kennameetti kennaa garaa garaa qabna. Yoo kennaan nama tokkoo raajii dubbachuu taʼe, inni akkuma amantii isaatitti haa dubbatu.
10Jaalala obbolummaatiin jabeessaa wal jaalladhaa. Ulfina walii kennuutti wal dorgomaa.
12Abdiidhaan gammadaa; dhiphina obsaa; kadhannaatti cimaa.
24Faarfattoota keessaa:Eliyaashiib.Warra karra eegan keessaa:Shaluum, Telemii fi Uuri.
26Sanyii Eelaam keessaa:Mataaniyaa, Zakkaariyaas, Yehiiʼeel, Abdii, Yireemootii fi Eeliyaas.
42Shaluum, Amariyaa fi Yoosef.
3Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos haa eebbifamu! Inni araara isaa guddaa sanaan, warra duʼan keessaa kaʼuu Yesuus Kiristoosiin abdii jiraataadhaaf lammata nu dhalche;
5isin warra karaa amantiitiin hamma fayyina bara dhumaatti mulʼachuudhaaf qophaaʼe sanaatti humna Waaqaatiin eegamtanii dha.
21Isinis karaa isaatiin Waaqa warra duʼan keessaa isa kaasee ulfina isaaf kenne sanatti amantu; kunis akka amantii fi abdiin keessan Waaqayyo taʼuuf.
34Ilmaan Shemeer:Ahii, Rohigaa, Yehubaa fi Arraam.
38Ilmaan Yeteer:Yefunee, Fiisiphaa fi Eraa.
39Ilmaan Ulaa:Aaraa, Haniiʼeelii fi Riiziyaa.
25Miilla kee kophee malee deemuu irraa,laagaa kee immoo dheebuu irraa eeggadhu.Ati garuu, ‘Kun waan abdii hin qabnee dha!Ani waaqota ormaa nan jaalladha;isaan faanas nan buʼa’ jette.
34Ati utuu isaan cabsanii seenanuu isaan qabuu baattu iyyuu,dhiigni hiyyeeyyii balleessaa hin qabneewayyaa kee irratti ni argama.Utuma wanni kun hundi taʼee jiruu
36Ati maaliif karaa kee geeddaruudhaan,asii fi achi deemuu baayʼifta?Akkuma Asoor si qaanessite sanaGibxis si qaanessiti.
25Ijoollee Aannaa:Diishoonii fi Oholiibaamaa intala Aannaa.
27Ilmaan Eezeri:Bilhaan, Zaawaanii fi Aqaan.
28Ilmaan Diishaan:Uuzii fi Araan.
5Namoonni kunneen nu dura darbanii Xirooʼaasitti nu eegan.
28Isin of eegaa; karra hoolota Hafuurri Qulqulluun irratti Phaaphaasota isin godhe sanaa hundas eegaa. Waldaa Kiristaanaa Waaqaa kan inni dhiiga ofii isaatiin bitate sanaafis tiksoota taʼaa.
35Ani waan hojjedhe hunda keessatti nu dubbii Gooftaa Yesuus mataan isaa, ‘Fudhachuu irra kennuutu eebba qaba’ jedhee dubbate sana yaadachaa hojii jabaa akkanaatiin akka warra dadhabaa gargaaruu qabnu isin argisiiseera."
31Siiqlaag, Madmaanaa, Saansaanaa,
42Libnaa, Eteeri, Ashaan,
52Araab, Duumaa, Eshiʼaan,