Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

101 resultados encontrados

  1. Tito 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 7–15 de 15

    7kunis akka nu ayyaana isaatiin qajeeltota taasifamnee abdii jireenya bara baraa qabaachuun dhaaltota taanuuf.

    8Jechi kunis amanamaa dha. Warri Waaqa amanatan akka waan gaarii hojjechuuf of eeggannaan of kennan, akka ati cimsitee waan kana dubbattu nan barbaada. Kunis waan akka malee gaarii fi waan nama hundumaa fayyaduu dha.

    15Warri na wajjin jiran hundinuu nagaa siif dhaamu.Warra amantiin nu jaallatanitti nagaa nuuf himi.Ayyaanni hunda keessan wajjin haa taʼu.

  2. Jó 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 2–16 de 27

    2Nama gowwaa aariitu ajjeesa;raatuus hinaaffaatu galaafata.

    7Akkuma qaanqeen ibiddaa ol facaʼunamni rakkinaaf dhalata.

    16Kanaafuu hiyyeessi abdii qaba;jalʼinnis afaan isaa ni cufata.

  3. Mateus 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–9 de 17

    3Kunis isa waaʼeen isaa karaa Isaayyaas raajichaatiin,"Sagalee nama, ‘Gooftaadhaaf karaa qopheessaa;daandii qajeelaas isaaf hojjedhaa’jedhee gammoojjii keessaa iyyu tokkoo"3:3 Isa 40:3jedhamee dubbatame sanaa dha.

    8Egaa ija qalbii jijjiirrannaa mirkaneessu naqadhaa.

    9Isin, ‘Abbaan keenya Abrahaamii dha’ ofiin jechuu waan dandeessan hin seʼinaa. Waaqni dhagoota kanneen irraa Abrahaamiif ijoollee kaasuu akka dandaʼu ani isinittan himaatii.

  4. Marcos 9

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 23–49 de 50

    23Yesuusis, " ‘Yoo dandeesse’ jettaa? Nama amanuuf wanni hundi ni dandaʼama" jedheen.

    44Gahaannamis iddoo," ‘raammoon isaanii hin duune,ibiddis hin dhaamnee dha.’]9:44 Kutaan kun waraabbilee tokko tokko keessatti hin argamu.

    49Namni hundinuu ibiddaan miʼeeffama. 9:49 Miʼeeffama (qulqulleeffama) – jechi kun miʼaa soogidda irraa argamu mulʼisa. Namoonni durii akka aarsaan tokko fuula Waaqaa duratti fudhatama argatuuf jechuunis aarsaa qulqulleessuuf soogiddatti fayyadamaa turan (Lew 2:13; His 43:24).

  5. 2 Timóteo 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 12–14 de 18

    12Anis akka amma jiru kanatti dhiphachuun koo kanumaaf. Ani garuu eenyun akka amane waan beekuuf hin qaanaʼu; akka inni waan ani imaanaa itti kennadhe hamma guyyaa sanaatti eeguu dandaʼus nan amana.

    13Waan narraa dhageesse sana akka fakkeenya barsiisa dhugaatti amantii fi jaalala Kiristoos Yesuusiin qabdu jabeessii qabadhu.

    14Waan gaarii imaanaa sitti kenname sana gargaarsa Hafuura Qulqulluu nu keessa jiraatu sanaatiin eegi.

  6. Gênesis 15

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 6–20 de 21

    6Abraam Waaqayyotti amane; innis qajeelummaatti lakkaaʼeef.

    19kunis biyya Qeenotaa, Qeneezotaa, Qadmoonotaas,

    20kan Heetotaa, Feerzotaa, Refaayimootaa,

  7. Gálatas 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 7–16 de 21

    7Karaa kaaniin immoo isaan akkuma Phexros warra dhagna qabatanitti wangeela lallabuuf imaanaan itti kenname sana, anis akka warra dhagna hin qabannetti wangeela lallabuuf imaanaan natti kenname argan.

    8Waaqni akka Phexros ergamaa taʼee warra dhagna qabatan tajaajilu hojjete sun akka anis ergamaa taʼee Namoota Ormaa tajaajilu hojjeteeraatii.

    16namni Yesuus Kiristoositti amanuun malee akka seera eeguun qajeelaa hin taasifamne beekna. Kanaafuu seera eeguudhaan utuu hin taʼin amantii Kiristoos irratti qabnuun qajeeltota akka taanuuf Kiristoos Yesuusitti amanneerra; eenyu iyyuu seera eeguudhaan qajeelaa hin taʼuutii.

  8. João 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 1–53 de 59

    1Yesuus garuu gara Tulluu Ejersaa dhaqe.

    30Utuma inni dubbatuus, namoonni baayʼeen isatti amanan.

    53Ati abbaa keenya Abrahaam caaltaa? Inni duʼeera; raajonnis duʼaniiru. Egaa ati eenyu ofiin jetta ree?"

  9. Colossenses 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–12 de 18

    2Warra dammaqanii galateeffatan taʼuudhaan kadhannaatti jabaadhaa.

    5Baricha furuudhaan warra alaa wajjin hubannaadhaan jiraadhaa.

    12Ephaafiraan inni isin keessaa tokko taʼee fi tajaajilaan Kiristoos Yesuus nagaa isinii dhaama. Innis akka isin fedhii Waaqaa hundaan bilchaatoo fi guutuu taatanii jabaattanii dhaabattaniif yeroo hunda kadhannaadhaan isinii dadhabaa jira.

  10. Tito 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–13 de 16

    2kunis abdii jireenya bara baraa isa Waaqni hin sobne sun jalqaba addunyaatiin dura waadaa gale irratti kan hundeeffamee dha;

    8Qooda kanaa inni nama keessumaa simatu, nama waan gaarii jaallatu, kan of qabu, qajeelaa, qulqulluu fi nama naamusa qabu taʼuu qaba.

    13Dhuga baʼumsi kun dhugaa dha. Kanaafuu akka isaan amantii dhugaa qabaataniif jabeessii isaan ifadhu.

  11. Levítico 19

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 3–37 de 37

    3" ‘Tokkoon tokkoon keessan haadha keessanii fi abbaa keessaniif ulfina kennaa; Sanbatoota koos eegaa. Ani Waaqayyo Waaqa keessan.

    32" ‘Warra dulloomaniif kaʼi; jaarsaaf ulfina kenni; Waaqa kee sodaadhu. Ani Waaqayyo.

    37" ‘Ajajaa fi seera koo hunda eegaatii duukaa buʼaa. Ani Waaqayyo.’ "

  12. Efésios 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 12–17 de 21

    12Nus isaan, amantii isa irratti qabnuun, ija jabinaa fi amanachuudhaan Waaqatti dhiʼaachuu dandeenya.

    16Inni akkuma badhaadhummaa ulfina isaatti karaa Hafuura isaatiin namummaa keessan kan keessaa humnaan akka cimsuuf nan kadhadha;

    17akka Kiristoosis karaa amantiitiin garaa keessan keessa jiraatuuf nan kadhadha. Akka isin hidda gad fageeffattanii jaalalaan dhaabattaniifis nan kadhadha;

  13. Tiago 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–9 de 27

    3amantiin keessan qoramuun isaa akka obsa isiniif argamsiisu beektuutii.

    6Inni garuu yommuu kadhatu amantiin haa kadhatu; hin shakkinis; namni shakku akka dambalii galaanaa kan bubbeen dhaʼamee oofamuu ti.

    9Obboleessi gad qabame ol qabamuu isaatiin of haa jaju.

  14. 2 Crônicas 11

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 6–9 de 23

    6Beetlihem, Eexaam, Teqooʼaa,

    8Gaati, Maareeshaa, Ziif,

    9Adooraayim, Laakkiish, Azeeqaa,

  15. Ezequiel 16

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 9–35 de 63

    9" ‘Ergasii ani bishaaniin si dhiqee dhiiga sirraa miicee zayitii si dibe.

    30" ‘Ati akka sagaagaltuu hin saalfanne tokkootti waan kana hunda gochuun kee yaada dadhabaa akkamii qabaatteeti! jedha Waaqayyo Gooftaan.

    35" ‘Kanaafuu yaa sagaagaltuu nana, dubbii Waaqayyoo dhagaʼi!

  16. Habacuque 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–13 de 17

    1Raajii Anbaaqoom raajichi arge.

    9isaan hundinuu jeequmsaaf dhufu.Tuunni isaanii akkuma bubbee gammoojjii gara fuula duraatti qajeela;namoota hidhamanis akkuma cirrachaa walitti qaba.

    13Iji kee akka waan hamaa hin ilaalleef akka malee qulqulluu dha;ati daba argitee obsaan dhiisuu hin dandeessu.Yoos ati maaliif obsaan namoota hamoo ilaalta?Ati maaliif yeroo namoonni hamoonwarra isaan caalaa qajeeloo taʼan liqimsanitti calʼistaa?

  17. 1 Coríntios 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–21 de 21

    2Warra imaanaan itti kenname sanas amanamoo taʼuutu irraa eegama.

    9Waaqni, nu ergamoota akka namoota duuti itti murtaaʼeetti waan dhuma hiriiraa nu taasise natti fakkaataatii. Nu addunyaa duratti, ergamootaa fi namoota durattis waan daawwatamu taaneerra.

    21Isin maal barbaaddu? Ani ulee qabadhee moo jaalalaa fi hafuura gad of qabuutiin gara keessan dhufa?

  18. Salmos 119

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 119
    Mostrando versículos 2–129 de 176

    2Warri ajajawwan isaa eegan,kanneen garaa guutuun isa barbaadan eebbifamoo dha.

    49Waadaa tajaajilaa keetiif seente sana yaadadhu;ati isumaan abdii naa kenniteertaatii.

    129Sirni kee dinqisiisaa dha;kanaafuu ani isa nan eega.

  19. Isaías 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 11–21 de 26

    11Hamaadhaaf wayyoo!Badiisni isatti ni dhufa!Inni gatii harka isaa ni argata.

    19amartii gurraa, bitawoo, haguuggii fuulaa,

    21qubeelaa chaappaa, amartii funyaanii

  20. Hebreus 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 23–31 de 39

    23Inni waadaa gale sun waan amanamaa taʼeef kottaa nu utuu hin raafamin abdii dhugaa baanu sana jabeessinee qabannaa.

    24Kottaa jaalalaa fi hojii gaariif wal kakaasuuf itti yaadnaa.

    31Harka Waaqa jiraataatti kufuun sodaachisaa dha.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo