Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. 1 Crônicas 28

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 10–17 de 21

    10Amma qalbeeffadhu; Waaqayyo akka ati mana iddoo qulqulluu taʼu tokko ijaartuuf si filateeraatii. Jajjabaadhuu hojjedhu."

    16ulfina warqee tokkoo tokkoo minjaala buddeenni qulqulluun irra kaaʼamuu, ulfina meetii minjaalli irraa hojjetame,

    17ulfina warqee qulqulluu falʼaana, waciitii fi kubbaayyaa, ulfina warqee tokkoo tokkoo caabii warqee irraa hojjetame; ulfina meetii tokkoo tokkoo caabii meetii irraa hojjetame;

  2. 2 Samuel 22

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 27–47 de 51

    27nama qulqulluutti qulqulluu taata;nama jalʼaatti immoo jalʼaa taata.

    33Kan humna na hidhachiisu,kan akka karaan koos nagaa taʼu godhu Waaqa.

    47"Waaqayyo jiraataa dha! Kattaan koo haa eebbifamu!Waaqni koo, Kattaan, Fayyisaan koo ol ol haa jedhu!

  3. Marcos 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 35–37 de 38

    35Namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhabaatii; garuu namni anaa fi wangeelaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu lubbuu isaa ni oolfata.

    36Namni yoo addunyaa guutuu argatee lubbuu isaa immoo dhabe buʼaa maalii argata?

    37Yookaan namni qooda lubbuu isaa maal kennuu dandaʼa?

  4. Provérbios 21

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 6–21 de 31

    6Qabeenyi arraba sobuun argamu,urrii bittinnaaʼee baduu fi kiyyoo duʼaa ti.

    8Karaan nama balleessaa qabuu jalʼaa dha;amalli nama qulqulluu garuu qajeelaa dha.

    21Namni qajeelummaa fi jaalala duukaa buʼu,jireenya, badhaadhummaa fi ulfina argata.

  5. Jeremias 20

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 13–16 de 18

    13Waaqayyoof faarfadhaa!Waaqayyoon galateeffadhaa!Inni lubbuu namoota hiyyeeyyiiharka hamootaatii ni baasa.

    14Guyyaan ani dhaladhe haa abaaramu!Guyyaan haati koo na deesse sunis hin eebbifamin!

    16Namichi sun akkuma magaalaawwanWaaqayyo gara laafina malee garagalchee haa taʼu.Inni ganamaan wawwaannaa,saafaan immoo iyya waraanaa haa dhagaʼu.

  6. 1 Tessalonicenses 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 19–26 de 28

    19Hafuura hin dhaamsinaa;

    22Hammina gosa hundumaa irraa fagaadhaa.

    26Dhungoo qulqulluudhaanis obboloota hunda nagaa gaafadhaa.

  7. Isaías 35

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 35
    Mostrando versículos 1–6 de 10

    1Gammoojjii fi lafti gogaan ni gammadu;lafti onaan ni ililcha; ni daraaras.Akka arfaasee,

    2baayʼinaan daraara;akka malee gammadees ililcha.Ulfinni Libaanoon, surraan Qarmeloosii fiShaaroon ni kennamaaf;isaan ulfina Waaqayyoo,surraa Waaqa keenyaas ni argu.

    6Gaafas namni naafti akkuma gadamsaa utaala;arrabni hidhamaanis gammachuudhaan faarfata.Bishaan gammoojjii keessaa,burqaanis gammoojjii keessaa cabsee baʼa.

  8. 1 Pedro 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 11–21 de 22

    11Inni hammina irraa deebiʼee gaarii haa hojjetu;nagaa haa barbaadu; duukaa haa buʼus.

    18Kiristoosis Waaqatti isin fiduuf jedhee inni qajeelaan, warra qajeeltota hin taʼiniif siʼa tokko cubbuuf dhiphateeraatii. Inni fooniin ni ajjeefame; Hafuuraan garuu jiraataa taasifame;

    21bishaan kun fakkeenya cuuphaa amma iyyuu isin fayyisuu ti; kunis dhagna irraa xurii baasuu utuu hin taʼin qalbii qulqulluun Waaqaaf waadaa galuu dha. Innis duʼaa kaʼuu Yesuus Kiristoosiin isin fayyisa;

  9. 2 Coríntios 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 11–16 de 17

    11kunis akka Seexanni nu hin gowwoomsineefi. Nu mala isaa hin wallaalluutii.

    15Nu warra fayyifamaa jiranii fi warra baduutti jiran gidduutti Waaqaaf urgaa Kiristoos.

    16Nu isa tokkoof urgaa duʼaa ti; isa kaaniif immoo urgaa jireenyaa ti. Egaa eenyutu waan kanaaf gaʼaa taʼa?

  10. Mateus 23

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 19–26 de 39

    19Isin jaamota nana, kennaa sana moo iddoo aarsaa isa kennaa sana qulqulleessutu caala?

    21Namni mana qulqullummaatiin kakatu, mana qulqullummaatii fi isa mana qulqullummaa keessa jiraatuun kakata.

    26Yaa Fariisicha jaamaa nana! Jalqabatti keessa xoofootii fi caabii qulqulleessi; ergasii duubni isaas ni qulqullaaʼaa.

  11. Jó 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 13–23 de 26

    13Ani silaa yoona nagaan nan ciisa;rafees nan boqodhan tureetii;

    22warra yommuu awwaalamuu gaʼanittigammachuun guutamanii ililchaniif jireenyi maaliif kennama?

    23Nama karaan isaa duraa dhokateefnama Waaqni dallaa itti marsejireenyi maaliif kennama?

  12. Efésios 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 3–24 de 32

    3Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.

    5Gooftaa tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;

    24namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullina dhugaatiin fakkeenya Waaqaatiin uumame sana uffadhaa.

  13. Josué 19

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 2–37 de 51

    2Kunis:Bersheebaa yookaan Shebaa, Molaadaa,

    3Hazar Shuuʼaal, Baalaa, Ezem,

    37Qaadesh, Edreyii, Een Haxoor,

  14. Salmos 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 1–12 de 18

    1Yaa Waaqayyo, ati maaliif achi fagaattee dhaabatta?Yeroo rakkinaattis maaliif of dhoksita?

    3Namni hamaan hawwii isaatiin of jaja; ofittoo ni eebbisa;Waaqayyoon immoo ni arrabsa.

    12Yaa Waaqayyo kaʼi! Yaa Waaqi harka kee ol kaafadhu.Rakkataas hin dagatin.

  15. Gênesis 46

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 46
    Mostrando versículos 11–23 de 34

    11Ilmaan Lewwii:Geershoon, Qohaatii fi Meraarii.

    13Ilmaan Yisaakor:Toolaa, Fuwaa, Yoobii fi Shimroon.

    23Ilmi Daan:Hushiimii dha.

  16. Atos 22

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 7–21 de 30

    7Anis lafatti kufeen sagalee, ‘Yaa Saaʼol! Yaa Saaʼol! Ati maaliif na ariʼatta?’ naan jedhu tokkon dhagaʼe.

    16Egaa amma maal eegda ree? Kaʼii maqaa isaa waammachaa cuuphamiitii cubbuu kee of irraa dhiqi.’

    21"Gooftaanis, ‘Ani fagootti, gara Namoota Ormaatti sin ergaatii deemi’ naan jedhe."

  17. Marcos 9

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 23–49 de 50

    23Yesuusis, " ‘Yoo dandeesse’ jettaa? Nama amanuuf wanni hundi ni dandaʼama" jedheen.

    47Yoo iji kee si gufachiise, of keessaa baasi. Ija lama qabaattee gahaannamiitti darbatamuu irra ija tokkoon mootummaa Waaqaatti galuu siif wayya.

    49Namni hundinuu ibiddaan miʼeeffama. 9:49 Miʼeeffama (qulqulleeffama) – jechi kun miʼaa soogidda irraa argamu mulʼisa. Namoonni durii akka aarsaan tokko fuula Waaqaa duratti fudhatama argatuuf jechuunis aarsaa qulqulleessuuf soogiddatti fayyadamaa turan (Lew 2:13; His 43:24).

  18. Levítico 7

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 11–32 de 38

    11" ‘Seerri aarsaa nagaa kan namni tokko ittiin Waaqayyoof dhiʼeessuu qabu kana.

    27Namni kam iyyuu yoo dhiiga nyaate saba ofii isaa keessaa haa balleeffamu.’ "

    32Tafa mirgaa kan aarsaa nagaa keessanii kennaa godhaatii lubaaf kennaa.

  19. Filipenses 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 5–22 de 23

    5Garraamummaan keessan nama hundumaa biratti haa beekamu. Gooftaan dhiʼoo jira.

    21Kiristoos Yesuusiin qulqulloota hundatti nagaa naa himaa.Obboloonni na wajjin jiranis nagaa isinii dhaamu.

    22Qulqulloonni hundinuu, keessumattuu warri mana Qeesaarii jiraatan nagaa isinii dhaamu.

  20. Hebreus 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 3–19 de 20

    3Nus yoo Waaqni jedhe waan kana ni goona.

    5warra gaarummaa dubbii Waaqaatii fi humna bara dhufuuf jiru sanaa dhandhamatanii

    19Nus abdii kana akka hiituu dooniitti lubbuuf qabna. Abdiin kunis iddoo qulqulluu golgaa duuba jiru sana ol seena;

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo