Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Apocalipse 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 10–29 de 29

    10Dhiphina sirra gaʼuuf jiru hin sodaatin. Kunoo, akka qoramtaniif diiyaabiloos isin keessaa namoota tokko tokko mana hidhaatti ni galcha. Guyyaa kudhanis ni dhiphattu. Ati hamma duʼaatti amanamaa taʼi; ani gonfoo jireenyaa siifin kennaatii.

    11Namni gurra qabu waan Hafuurri waldoota kiristaanaatiin jedhu haa dhagaʼu. Namni moʼatu duʼa lammaffaan hin miidhamu.

    29Namni gurra qabu waan Hafuurri waldoota kiristaanaatiin jedhu haa dhagaʼu.

  2. Hebreus 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 14–31 de 39

    14inni aarsaa tokkicha sanaan warra qulqulleeffamuutti jiran kanneen bara baraan mudaa hin qabne godheeraatii.

    20karaa haaraa fi jiraataa golgaa keessaan jechuunis karaa foon isaatiin nuu baname sanaan

    31Harka Waaqa jiraataatti kufuun sodaachisaa dha.

  3. Gênesis 25

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 7–15 de 34

    7Abrahaam waggaa dhibba tokkoo fi torbaatamii shan jiraate.

    14Mishmaa, Duumaa, Maasaa,

    15Hadaad, Teemaa, Yexuur,Naafiishii fi Qeedmaa.

  4. Ezequiel 16

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 9–35 de 63

    9" ‘Ergasii ani bishaaniin si dhiqee dhiiga sirraa miicee zayitii si dibe.

    23" ‘Wayyoo! Siif wayyoo, jedha Waaqayyo Gooftaan. Jalʼina kee kaan hunda irratti immoo,

    35" ‘Kanaafuu yaa sagaagaltuu nana, dubbii Waaqayyoo dhagaʼi!

  5. Lucas 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 47–70 de 80

    47hafuurri koos fayyisaa koo Waaqatti ni gammada;

    48inni salphina garbittii isaa argeeraatii.Kunoo ammaa jalqabee dhaloonni hundinuu eebbifamtuu naan jedha;

    70akkuma afaan raajota isaa qulqulloota duriitiin dubbatetti

  6. Cânticos 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 1–15 de 17

    1Ani daraaraa Shaaroon;daraaraa sulula keessaa ti.Isa

    2Jaalalleen koo dubarran kaan gidduu tiakkuma daraaraa qoraattii keessaa ti.Isa

    15Mee waangoo,waangoodhuma xixinnoo isheekanneen iddoo dhaabaa wayinii balleessitu nuuf qabaa;iddoon dhaabaa wayinii keenyaa daraaraa jiraatii.Ishee

  7. Josué 15

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 22–40 de 63

    22Qiinaa, Diimonaa, Adiʼaadaa,

    31Siiqlaag, Madmaanaa, Saansaanaa,

    40Kaboon, Lahimaas, Kiitiliish,

  8. Zacarias 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 2–13 de 15

    2Gaariin jalqabaa fardeen didiimoo, lammaffaan gugurraa,

    12Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha, jedhii itti himi: ‘Kunoo namichi maqaan isaa Damee jedhamu tokko as jira; innis damee baasee iddoo isaatii dagaagee dhaqee mana qulqullummaa Waaqayyoo ijaara.

    13Namni mana qulqullummaa Waaqayyoo ijaaru isa; inni ulfina uffatee teessoo isaa irra taaʼee ni bulcha. Inni teessoo isaa irratti luba taʼa. Walii galteen nagaas isaan lamaan gidduu ni jiraata.’

  9. Números 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 8–26 de 27

    8Inni bara itti addaan baafame sana hunda keessa kan Waaqayyoof qulqulleeffamee dha.

    16" ‘Lubichis fuula Waaqayyoo duratti isaan fidee aarsaa cubbuutii fi aarsaa gubamu haa dhiʼeessu.

    26Waaqayyo fuula isaa gara keetti haa deebisu;nagaas siif haa kennu." ’

  10. Neemias 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 3–27 de 39

    3Phaashihuur, Amariyaa, Malkiyaa,

    25Rehuum, Hashabnaa, Maʼaseyaa,

    27Maluuk, Haariimii fi Baʼanaa.

  11. 1 João 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 3–21 de 21

    3Waaqa jaallachuun ajaja isaa eeguu dha. Ajajni isaas hin ulfaatu.

    4Namni Waaqa irraa dhalatu hundinuu addunyaa ni moʼataatii. Kan addunyaa moʼatus amantii keenya.

    21Yaa ijoolle, waaqota tolfamoo irraa of eegaa.

  12. Ezequiel 43

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 43
    Mostrando versículos 4–12 de 27

    4Ulfinni Waaqayyoo sun karaa balbala gara baʼa biiftuutti garagaluun mana qulqullummaa seene.

    10"Yaa ilma namaa, akka isaan cubbuu isaaniitiin qaanaʼaniif namoota Israaʼelitti mana qulqullummaa argisiisi. Isaan karoora isaa haa hubatan;

    12"Seerri mana qulqullummaa kanaa dha: Lafti naannoo fiixee tulluu jiru hundi waan hunda caalaa qulqulluudhaa. Kun seera mana qulqullummaa ti.

  13. Joel 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 10–14 de 21

    10Maarashaa keessan tumaatii goraadee godhadhaa;haamtuu keessanis tumaatii eeboo godhadhaa.Namni laafaan,"Ani jabaa dha!" haa jedhu.

    11Isin saboonni qixa hundaan dafaa kottaattiiachitti walitti qabamaa.Yaa Waaqayyo, loltoota kee gad ergi!

    14Waldaan guddaan, waldaan nama baayʼeesulula murtii keessatti wal gaʼeera!Guyyaan Waaqayyoosulula murtii keessatti dhufuu gaʼeeraatii.

  14. Efésios 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 4–12 de 23

    4Inni nu fuula isaa duratti qulqullootaa fi warra mudaa hin qabne akka taanuuf utuu addunyaan hin uumaminiin dura isaan nu filateeraatii. Jaalalaanis

    7Nus isumaan akkuma badhaadhummaa ayyaana Waaqaatti dhiiga isaatiin furama jechuunis, dhiifama cubbuu arganneerra;

    12kunis akka nu warri Kiristoosin abdachuutti kanneen jalqabaa taane galata ulfina isaa taanuuf.

  15. Zacarias 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–20 de 21

    5Abbootiin keessan amma eessa jiru? Raajonnis bara baraan jiraatuu?

    15ani garuu saboota waan nagaa qaban of seʼanitti akka malee aareera. Ani xinnuma aareen ture; isaan garuu ittuma fufanii hamaa hojjetan.’

    20Waaqayyos ergasii ogeeyyii hojii harkaa afur na argisiise.

  16. João 15

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 3–17 de 27

    3Isin dubbii ani isinitti dubbadheen amma qulqulluu dha.

    6Namni na keessa hin jiraanne akka damee gad gatamee goguu ti. Dameewwan akkanaa walitti qabamanii ibiddatti naqamu; ni gubamus.

    17Ajajni koo isa kana: Wal jaalladhaa.

  17. Esdras 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 32–39 de 44

    32Beniyaam, Maluukii fi Shemaariyaa.

    37Mataaniyaa, Matenaayii fi Yaʼasaawuu,

    39Shelemiyaa, Naataan, Adaayaa,

  18. 2 Crônicas 11

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 6–9 de 23

    6Beetlihem, Eexaam, Teqooʼaa,

    8Gaati, Maareeshaa, Ziif,

    9Adooraayim, Laakkiish, Azeeqaa,

  19. Lamentações 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 10–39 de 66

    10Inni akkuma amaaketa riphee waa eeggatuu,akkuma leenca dhokatee jiruu

    27Yeroo dargaggummaa isaattiwaanjoo baachuun namaaf gaarii dha.

    39Yoos namni lubbuun jiraatu kam iyyuumaaliif yommuu cubbuu isaatiif adabamutti guunguma ree?

  20. 1 Timóteo 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–11 de 20

    1Phaawulos isa ajaja fayyisaa keenya Waaqaatii fi abdii keenya Kiristoos Yesuusiin ergamaa Kiristoos Yesuus taʼe irraa,

    5Kaayyoon ajaja kanaas jaalala garaa qulqulluu, qalbii gaarii fi amantii itti fakkeessuu hin qabne keessaa baʼuu dha.

    11kunis wangeela ulfina qabeessa kan Waaqa eebbifamaa irraa imaanaa natti kenname sana wajjin walii gala.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo