Mostrando versículos 13–27 de 27
13Qajeelfama jabeessii qabadhu; gad hin dhiisin;waan inni jireenya kee taʼeef jabeessii eeggadhu.
23Waan hunda caalaa qalbii kee eeggadhu;burqaan jireenyaa achii baʼaatii.
27Gara mirgaatti yookaan gara bitaatti hin gorin;miilla kee hammina irraa eeggadhu.