Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

277 resultados encontrados

  1. Josué 9

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículo 1 de 27

    1Mootonni Heetotaa, Amoorotaa, Kanaʼaanotaa, Feerzotaa, Hiiwotaatii fi Yebuusotaa kanneen gama lixa Yordaanos biyya gaaraa, lafa gammoojjiitii fi qarqara Galaana Guddichaa kan hamma Libaanoonitti jiru keessa jiraatan yommuu waan kana dhagaʼanitti,

  2. 2 Timóteo 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículo 1 de 18

    1Phaawulos isa akkuma waadaa jireenya karaa Kiristoos Yesuusiin galame sanaatti fedhii Waaqaatiin ergamaa Kiristoos Yesuus taʼe irraa,

  3. 2 João 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículo 7 de 13

    7Gowwoomsitoonni akka Yesuus Kiristoos fooniin dhufe hin amanne hedduun addunyaa seenaniiru. Namni akkanaa kam iyyuu gowwoomsituu fi farra Kiristoos.

  4. 2 Reis 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículo 7 de 29

    7Elsaaʼi Damaasqoo dhaqe; Ben-Hadaad mootichi Sooriyaa immoo dhukkubsatee ture. Mootiin sunis yommuu, "Namni Waaqaa sun as dhufee jira" jedhanii itti himanitti,

  5. Jó 33

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículo 19 de 33

    19"Namni tokko dhiphina lafee isaa keessaakan gargar hin cinneen, siree dhiphinaa irratti ni adabama taʼa;

  6. Mateus 12

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículo 7 de 50

    7Isin, utuu dubbiin, ‘Ani araaran fedha malee aarsaa hin fedhu’12:7 Hos 6:6 jedhu sun maal jechuu akka taʼe beektanii jiraattanii silaa warra yakka hin qabnetti hin murtan ture.

  7. Filipenses 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículo 9 de 30

    9Kadhannaan koo kanaa dha: kunis akka jaalalli keessan beekumsaa fi hubannaa hundaan ittuma fufee baayʼatu,

  8. 1 Samuel 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículo 19 de 22

    19Namoonni sun garuu Saamuʼeelin dhagaʼuu didanii akkana jedhan; "Hin taʼu! Nu mootii nu bulchu feena.

  9. Jeremias 7

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículo 1 de 34

    1Dubbiin Waaqayyo biraa gara Ermiyaas dhufe isa kanaa dha;

  10. Deuteronômio 22

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículo 3 de 30

    3Yoo harreen yookaan wayyaan yookaan wanni fedhe iyyuu obboleessa kee jalaa badee argite akkasuma godhi malee dhiiftee bira hin darbin.

  11. Malaquias 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículo 1 de 14

    1Raajii dubbii Waaqayyoo kan karaa Miilkiyaasiin gara Israaʼel dhufe.

  12. Lamentações 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículo 4 de 66

    4Inni foon kootii fi gogaa koo dulloomseera;lafee koo illee caccabseera.

  13. Ezequiel 37

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 37
    Mostrando versículo 1 de 28

    1Harki Waaqayyoo narra ture; innis Hafuura Waaqayyootiin na fuudhee, walakkaa sululaa na dhaabe; sululli sunis lafeewwaniin guutamee ture.

  14. 2 Coríntios 12

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículo 1 de 21

    1Yoo buʼaa qabaachuu baate iyyuu ani nan boona. Ani gara waan Gooftaan na argisiiseetii fi mulʼata isa biraa dhufeetti nan qajeela.

  15. Salmos 56

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 56
    Mostrando versículos 3–11 de 13

    3Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.

    4Waaqa ani dubbii isaa jajadhu,Waaqa nan amanadha; homaa hin sodaadhu.Namni duʼa hin oolle maal na gochuu dandaʼa?

    11Waaqa nan amanadha; ani homaa hin sodaadhu.Namni maal na gochuu dandaʼa?

  16. Levítico 21

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 13–22 de 24

    13" ‘Dubartiin inni fuudhu durba taʼuu qabdi.

    19namni miilla yookaan harka cabaa qabu,

    22Innis nyaata Waaqa isaa kan nyaata hunda caalaa qulqulluu taʼee fi nyaata qulqulluu nyaachuu dandaʼa.

  17. 1 Coríntios 7

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículo 12 de 40

    12Warra hafaniinis ani akkanan jedha: Kana immoo anatu jedha malee Gooftaa miti; obboleessi kam iyyuu yoo niitii amantii hin qabne qabaate, yoo isheenis isa wajjin jiraachuuf fedhii qabaatte, inni ishee hin hiikin.

  18. Isaías 46

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 46
    Mostrando versículo 1 de 13

    1Beel gad jedha; Neboo akka malee gugguufa;waaqonni isaanii tolfamoon kotte duudaa fi horiitti feʼamaniiru;fakkiiwwan isaan qabatanii jooran baʼaa dha;horii dadhabeef baʼaa dha.

  19. Êxodo 13

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículo 19 de 22

    19Sababii Yoosef, "Waaqni dhugumaan isin gargaara; isinis gaafas lafee koo asii fuudhaa baʼaa" jedhee Israaʼeloonni kakachiisee tureef Museen lafee Yoosef fuudhee baʼe.

  20. 1 Timóteo 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 7–16 de 16

    7Oduu xuraaʼaa fi mammaaksa beeraa irraa fagaadhu; qooda kanaa nama Waaqaa taʼuuf of leenjisi.

    9Jechi kun amanamaa fi kan guutumaan guutuutti fudhatamuu maluu dha.

    16Jireenya keetii fi barsiisa kee eeggadhu. Ittis jabaadhu; waan kana gochuu keetiinis ofii keetii fi warra si dhagaʼan ni fayyiftaatii.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo