Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Isaías 57

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 57
    Mostrando versículos 2–19 de 21

    2Namni qajeelummaadhaan jiraatu,gara nagaa seena;isaan siree isaanii irra boqotu.

    4Isin eenyutti qoostu?Eenyutti afaan banattu?Eenyuttis arraba baaftu?Isin ilmaan finciltootaa,sanyii sobdootaa mitii?

    19arraba boossuuwwan Israaʼel keessa jiraatanii irrattis galata nan uuma.Warra fagoo jiraataniif nagaan, warra dhiʼoo jiraataniifis nagaan haa taʼu.Anis isaan nan fayyisa" jedha Waaqayyo.

  2. 2 Coríntios 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 5–14 de 18

    5garafamuun, mana hidhaatti galfamuun, jeequmsaan, hojii dadhabsiisaa hojjechuun, hirriba dhabuun, beelaʼuun,

    6qulqullaaʼummaan, hubannaan, obsaa fi gara laafinaan, Hafuura Qulqulluu fi jaalala of tuulummaa hin qabneen,

    14Warra hin amanneen walitti hin camadaminaa. Qajeelummaa fi jalʼinni maal wal irraa qabu? Yookaan ifni dukkana wajjin tokkummaa maalii qaba?

  3. Gênesis 36

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 36
    Mostrando versículos 27–36 de 43

    27Ilmaan Eezeri:Bilhaan, Zaawaanii fi Aqaan.

    28Ilmaan Diishaan:Uuzii fi Araan.

    36Hadaad duunaan Samlaan namichi Masreeqaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

  4. Provérbios 20

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 10–30 de 30

    10Madaalii jalʼaa fi safartuu jalʼaalamaanuu Waaqayyo ni balfa.

    24Adeemsi namaa Waaqayyoon qajeelfama.Yoos namni kam iyyuu akkamiin karaa ofii isaa hubachuu dandaʼa ree?

    30Abootteen nama madeessu hammina nama irraa qulqulleessa;garaffiin immoo keessa namaa geeddara.

  5. Lucas 12

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 6–56 de 59

    6Daaloteen shan saantima lamatti gurguramu mitii? Isaan keessaa garuu tokko iyyuu Waaqni hin irraanfatu.

    23Jireenyi nyaata caala; dhagnis uffata caalaatii.

    56Fakkeessitoota nana! Isin bifa lafaatii fi samiitiif hiikkaa kennuu ni beektu. Bara ammaa kanaaf immoo hiikkaa kennuu akkamitti wallaaltu?

  6. Colossenses 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 14–17 de 29

    14nus isumaan furama, jechuunis dhiifama cubbuu arganneerra.

    15Inni fakkaattii Waaqa hin mulʼanne sanaa ti; uumama hundaafis hangafa.

    17Inni waan hunda dura jira; wanni hundinuu isumaan wal qabatee dhaabata.

  7. 1 Coríntios 13

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 4–13 de 13

    4Jaalalli obsa qaba; jaalalli arjaa dha. Inni hin hinaafu; hin kooru; ofis hin tuulu.

    8Jaalalli gonkumaa hin badu. Raajii taanaan ni darba; afaan haaraa taanaan ni hafa; beekumsas taanaan ni bada.

    13Egaa amantiin, abdii fi jaalalli sadan isaanii iyyuu ni jiraatu. Isaan keessaa garuu jaalalatu caala.

  8. Números 7

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 20–82 de 89

    20caabii warqee kan saqilii kudhan ulfaatee ixaanaan guutame tokko,

    46aarsaa cubbuutiif immoo korbeessa reʼee tokko,

    82aarsaa cubbuutiif immoo korbeessa reʼee tokko,

  9. Romanos 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 33–35 de 39

    33Warra Waaqni filate eenyutu himata? Kan qajeelaa nama taasisu Waaqa.

    34Kan itti muru eenyu? Kiristoos Yesuus isuma nuuf duʼee, kana caalaa immoo warra duʼan keessaa kaʼee mirga Waaqaa jiruu fi nuuf kadhatu sanaa dha.

    35Jaalala Kiristoos irraa eenyutu gargar nu baasa? Dhiphina moo rakkina, ariʼatama moo beela, daaruu moo balaa yookaan goraadee?

  10. Jó 25

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 1–4 de 6

    1Bildaad Shuhaahichi akkana jedhee deebise:

    3Loltoonni isaa lakkaaʼamuu dandaʼuu?Ifni isaa eenyu irratti utuu hin baʼin hafa?

    4Yoos namni akkamitti fuula Waaqaa duratti qajeelaa taʼuu dandaʼa ree?Namni dubartii irraa dhalate akkamitti qulqulluu taʼuu dandaʼa?

  11. 1 Crônicas 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–26 de 40

    4Abiishuuwaa, Naʼamaan, Ahooʼaa,

    5Geeraa, Shefuufaanii fi Huuraam.

    26Shamisheraayi, Shehaariyaa, Ataaliyaa,

  12. Salmos 24

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 3–5 de 10

    3Eenyutu tulluu Waaqayyootti ol baʼa?Iddoo isaa qulqulluu sanas eenyutu dhaabata?

    4Nama harka qulqulluu fi garaa qulqulluu qabu,nama lubbuu isaa gara waaqa tolfamaatti ol hin kaafneyookaan nama sobaan hin kakannee dha.

    5Inni Waaqayyo biraa eebba,Waaqa Fayyisaa isaa biraa immoo qajeelummaa ni argata.

  13. Levítico 19

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 5–36 de 37

    5" ‘Yommuu aarsaa nagaa Waaqayyoof dhiʼeessitanitti akka aarsaan keessan fudhatama isiniif argatu godhaatii dhiʼeessaa.

    30" ‘Sanbatoota koo eegaa; iddoo qulqulluu koos kabajaa. Ani Waaqayyo.

    36Safartuu fi madaalii dhugaatti, iifii19:36 Iifiin tokko liitirii 22. fi iinii19:36 Iiniin tokko liitirii 4. dhugaatti fayyadamaa. Ani Waaqayyo Waaqa keessan kan biyya Gibxii baasee isin fidee dha.

  14. Mateus 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 8–16 de 17

    8Egaa ija qalbii jijjiirrannaa mirkaneessu naqadhaa.

    9Isin, ‘Abbaan keenya Abrahaamii dha’ ofiin jechuu waan dandeessan hin seʼinaa. Waaqni dhagoota kanneen irraa Abrahaamiif ijoollee kaasuu akka dandaʼu ani isinittan himaatii.

    16Yesuusis akkuma cuuphameen bishaan keessaa ol baʼe. Innis yommusuma samiin banamee, utuu Hafuurri Waaqaa akkuma gugeetti gad buʼee isa irras qubatuu arge.

  15. Êxodo 40

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 40
    Mostrando versículos 3–11 de 38

    3Taabota kakuu seeraa isa keessa kaaʼiitii taaboticha golgaadhaan daʼeessi.

    4Minjaala ol galchiitii miʼa isaa tottolchi. Ergasiis baattuu ibsaa ol galchiitii ibsaa isaa irra dhaabi.

    11Gabatee itti dhiqatanii fi miilla isaa dibiitii isaan qulqulleessi.

  16. Provérbios 21

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 6–21 de 31

    6Qabeenyi arraba sobuun argamu,urrii bittinnaaʼee baduu fi kiyyoo duʼaa ti.

    8Karaan nama balleessaa qabuu jalʼaa dha;amalli nama qulqulluu garuu qajeelaa dha.

    21Namni qajeelummaa fi jaalala duukaa buʼu,jireenya, badhaadhummaa fi ulfina argata.

  17. Eclesiastes 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 3–16 de 20

    3Abjuun baayʼina hojiitiin dhufa; haasaan gowwaasbaayʼina dubbiitiin beekama.

    5Wareeganii of irraa baasuu dhiisuu mannaa wareeguu dhiisuu wayya.

    16Kunis hammina nama gaddisiisuu dha:Namni akkuma dhufetti deema;inni waan bubbeedhaaf dadhabuuffaayidaa maalii argata?

  18. Hebreus 7

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 1–22 de 28

    1Malkiiseedeq mootii Saalemiitii fi luba Waaqa Waan Hundaa Olii ture. Innis utuu Abrahaam mootota moʼatee deebiʼuu itti dhufee isa eebbise;

    12Yommuu lubummaan geeddaramu seerichis akkasuma geeddaramaatii.

    22Yesuus sababii kakaa kanaatiif kakuu caaluuf wabii taʼeera.

  19. 1 Coríntios 7

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 18–33 de 40

    18Namni tokko waamamuu isaatiin dura dhagna qabatee ture? Inni nama dhagna hin qabatin taʼuu hin qabu. Namni tokko waamamuu isaatiin dura dhagna hin qabannee? Inni dhagna hin qabatin.

    20Tokkoon tokkoon namaa haaluma yeroo Waaqni isa waametti keessa ture keessa haa jiraatu.

    33Namni fuudhe garuu niitii isaa gammachiisuuf dhimma addunyaatti dhimma;

  20. Isaías 35

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 35
    Mostrando versículos 1–6 de 10

    1Gammoojjii fi lafti gogaan ni gammadu;lafti onaan ni ililcha; ni daraaras.Akka arfaasee,

    2baayʼinaan daraara;akka malee gammadees ililcha.Ulfinni Libaanoon, surraan Qarmeloosii fiShaaroon ni kennamaaf;isaan ulfina Waaqayyoo,surraa Waaqa keenyaas ni argu.

    6Gaafas namni naafti akkuma gadamsaa utaala;arrabni hidhamaanis gammachuudhaan faarfata.Bishaan gammoojjii keessaa,burqaanis gammoojjii keessaa cabsee baʼa.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo