Pular para o conteúdo
Publicidade

Deuteronômio 6

6 Ajajawwan ani harʼa siif kennu kunneen garaa kee keessa haa jiraatan. 7 Ijoollee kees cimsii barsiisi. Yeroo mana teessu, yeroo karaa deemtu, yeroo ciiftuu fi yeroo dammaqxutti waaʼee isaanii odeessi. 8 Akka mallattootti harkatti hidhadhu; adda kee irrattis maxxanfadhu.

Veja também