Publicidade

Efésios 5

8 Isin dur dukkana turtaniitii; amma garuu Gooftaadhaan ifa taataniirtu. Akka ijoollee ifaatti jiraadhaa; 9 iji ifaa gaarummaa, qajeelummaa fi dhugaa hunda keessatti argamaatii; 10 waan Gooftaa gammachiisu qoradhaa bira gaʼaa.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-