Pular para o conteúdo
Publicidade

Galaatiyaa 3:6-9

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

6 Akkasumas Abrahaam, "Waaqa amane; kunis qajeelummaatti lakkaaʼameef."3:6 Uma 15:6

Muuxannoo Jireenya Abrahaam

7 Kanaafuu warri amanan ijoollee Abrahaam akka taʼan hubadhaa. 8 Katabbiin Qulqulluun akka Waaqni amantiin Namoota Ormaa qajeeltota taasisu duraan dursee argee, "Sabni hundinuu karaa keetiin eebbifama"3:8 Uma 12:3; 18:18; 22:18 jedhee duraan dursee Abrahaamitti wangeela lallabe. 9 Kanaaf warri amantii qaban, Abrahaam nama amantii sana wajjin eebbifaman.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    6 አከሱመስ አብረሃም፣ "ዋቀ አመኔ፤ ኩንስ ቀጄሉማት ለካአሜፍ።"3፥6 ኡመ 15፥6

    7 ከናፉ ወር አመነን እጆሌ አብረሃም አከ ተአን ሁበዻ። 8 ከተቢን ቁልቁሉን አከ ዋቅን አመንቲን ነሞተ ኦርማ ቀጄልቶተ ታስሱ ዱራን ዱርሴ አርጌ፣ "ሰብን ሁንድኑ ከራኬቲን ኤብፈመ"3፥8 ኡመ 12፥3፤ 18፥18፤ 22፥18 ጄዼ ዱራን ዱርሴ አብረሃምት ወንጌለ ለለቤ። 9 ከናፍ ወር አመንቲ ቀበን፣ አብረሃም ነመ አመንቲ ሰነ ወጅን ኤብፈመን።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    6 Akkasumas Ibraahim, "Allaah amane; kunis qajeelummaatti lakkaaʼameef."3:6 Uma 15:6

    7 Kanaafuu warri amanan ijoollee Ibraahim akka taʼan hubadhaa. 8 Katabbiin Qulqulluun akka Allaahan amantiin Namoota Ormaa qajeeltota taasisu duraan dursee argee, "Sabni hundinuu karaa keetiin eebbifama"3:8 Uma 12:3; 18:18; 22:18 jedhee duraan dursee Ibraahimitti injiila lallabe. 9 Kanaaf warri amantii qaban, Ibraahim nama amantii sana wajjin eebbifaman.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.