4 Yommuu yeroon murteeffame sun gaʼetti garuu Waaqni Ilma isaa isa dubartii irraa dhalate, kan seera jalatti dhalate sana erge; 5 kunis akka nu mirga ilmummaa argannuuf warra seera jala jiran furuuf.