Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 16

6 Abraamis, "Garbittiin kee keessa harkuma kee jirti; waanuma feete ishee godhi" jedheen. Saaraanis akka malee ishee cunqursite; kanaafuu Aggaar fuula ishee duraa sokkite.

7 Ergamaan Waaqayyoo gammoojjii keessatti, burqaa bishaanii tokko biratti Aggaarin arge; burqaan bishaanii sunis karaa Shuuritti geessu irra ture. 8 Ergamaan sunis, "Yaa Aggaar, garbittii Saaraa, ati eessaa dhufte? Eessa dhaquutti jirta?" jedhe.

Isheenis, "Giiftii koo Saaraa baqachuuttin jira" jetteen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também