Pular para o conteúdo
Publicidade

Hebreus 4

9 Kanaafuu boqonnaan Sanbataa saba Waaqaatiif kaaʼameera; 10 namni boqonnaa Waaqaatti galu kam iyyuu akkuma Waaqni hojii isaa irraa boqote sana, innis hojii isaa irraa ni boqota.4:10 Uma 2:2

Veja também