Pular para o conteúdo
Publicidade

João 13

Yesuus Akka Dabarfamee Kennamu Duraan Dursee Dubbate

18 "Ani waaʼee hunda keessanii dubbachaa hin jiru; ani warran filadhe nan beeka. Kun garuu dubbiin Katabbii Qulqulluu kan, Inni buddeena koo nyaate koomee isaa natti ol fudhate 13:18 Far 41:9 jedhu sun akka guutamuuf.

Veja também