Pular para o conteúdo
Publicidade

João 6

48 Buddeenni jireenyaa ana. 49 Abbootiin keessan gammoojjii keessatti mannaa nyaatan; taʼus ni duʼan. 50 Buddeenni samii irraa gad buʼe garuu isa kana; namni isa nyaatu gonkumaa hin duʼu. 51 Buddeenni jiraataan samii irraa buʼe ana. Namni kam iyyuu yoo buddeena kana irraa nyaate bara baraan ni jiraata. Buddeenni ani jireenya addunyaatiif kennus foon koo ti."

Veja também