Pular para o conteúdo
Publicidade

Jeremias 1

6 Anis, "Wayyoo, yaa Waaqayyo Gooftaa ani akkamitti akkan dubbadhu hin beeku; ani mucaa xinnoo dha" nan jedhe.

7 Waaqayyo garuu akkana naan jedhe; "Ati, Ani mucaa xinnoo dhahin jedhin. Ati gara nama ani itti si ergu hundaa dhaqxee waan ani si ajaju hunda dubbachuu qabda. 8 Ati jara hin sodaatin; ani si baasuuf si wajjinan jiraatii" jedha Waaqayyo.

Veja também