7 Waaqayyo garuu akkana naan jedhe; "Ati, ‘Ani mucaa xinnoo dha’ hin jedhin. Ati gara nama ani itti si ergu hundaa dhaqxee waan ani si ajaju hunda dubbachuu qabda. 8 Ati jara hin sodaatin; ani si baasuuf si wajjinan jiraatii" jedha Waaqayyo.