Pular para o conteúdo
Publicidade

Jeremias 17

7 "Namni Waaqayyoon amanatu,

kan abdiin isaas isuma taʼe garuu eebbifamaa dha.

8 Inni akkuma muka qarqara bishaanii dhaabame,

kan hidda isaa ededa lagaa irra yaafatuu taʼa.

Yommuu hoʼi dhufu hin sodaatu;

baalli isaa yeroo hunda lalisaa dha.

Mukni sun bara hongee illee hin yaaddaʼu;

ija naqachuus hin dhiisu."

Veja também