Pular para o conteúdo
Publicidade

Jeremias 17

9 Garaan namaa waan hunda caalaa haxxee dha;

garmalees hamaa dha.

Eenyutu isa hubachuu dandaʼa?

10 "Ani Waaqayyo nama hundaaf akkuma amala isaatti,

akkuma waan hojii isaatiif maluutti

gatii isaaf kennuuf garaa isaa nan sakattaʼa;

qalbii isaas nan qora."

Veja também