Pular para o conteúdo
Publicidade

Jeremias 25

34 Yaa tiksoota, booʼaa, wawwaadhaas;

eegdonni bushaayees daaraa irra gangaladhaa.

Yeroon isin itti gorraʼamtan dhufeeraatii;

isin kuftanii akkuma miʼa suphee miidhagaa caccabdu.

Veja também