Pular para o conteúdo
Publicidade

Jeremias 29

11 Yaada ani isiniif qabu anatu beekaatii; innis yaada nagaati malee yaada hamaa miti; akkasumas yaada abdiitii fi kan galgala keessaniif toluu dha" jedha Waaqayyo. 12 "Isinis na waammattu; dhuftaniis na kadhattu; anis isin nan dhagaʼa. 13 Isin yoo garaa keessan guutuudhaan na barbaaddan, na argattu.

Veja também