12 "Isinis na waammattu; dhuftaniis na kadhattu; anis isin nan dhagaʼa. 13 Isin yoo garaa keessan guutuudhaan na barbaaddan, na argattu.