17 Ani garuu fayyaa kee siifin deebisa;
madaa kees siif nan fayyisa’ jedha Waaqayyo.
‘Ati Xiyoon gatamtuu
kan namni tokko iyyuu dhimma ishee hin qabne jedhamteertaatii.’