15 Waaqayyo akkana jedha:
"Sagaleen booʼichaatii fi wawwaannaa guddaan tokko
Raamaa keessaa dhagaʼame;
sababii isaan hin jirreef,
Raahel ijoollee isheetiif booʼaa jirti;
jajjabaachuus ni didde."
15 Waaqayyo akkana jedha:
"Sagaleen booʼichaatii fi wawwaannaa guddaan tokko
Raamaa keessaa dhagaʼame;
sababii isaan hin jirreef,
Raahel ijoollee isheetiif booʼaa jirti;
jajjabaachuus ni didde."