9 Isaanis booʼaa dhufu;
yeroo ani deebisee isaan fidutti Waaqa kadhatu.
Waan ani abbaa Israaʼel taʼee fi
Efreem immoo ilma koo hangafa taʼeef,
ani qarqara burqaa bishaanii irra,
daandii qajeelaa isaan achi irratti hin gufanne irra isaan nan qajeelcha.