42 "Yaa Abbaa, yoo fedhii kee taʼe, xoofoo kana narraa fuudhi; garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin." 43 Ergamaan Waaqaa tokkos samii irraa isatti mulʼatee isa jajjabeesse. 44 Innis lubbamee jabeessee kadhate; dafqi isaas akka coccopha dhiigaa lafatti cophaa ture.
Publicidade