10 Namoonni sunis, "Yoos maal haa goonuu ree?" jedhanii isa gaafatan.
11 Yohannisis deebisee, "Namni uffata lama qabu isa homaa hin qabneef haa qoodu; kan nyaata qabus akkasuma haa godhu" jedheen.