24 Ergasii Yesuus barattoota isaatiin akkana jedhe; "Namni kam iyyuu yoo na faana dhufuu barbaade, inni of haa ganu. Fannoo ofii isaa baadhatees na duukaa haa buʼu.